Dubartii daa’ima baattee deemtu (Itoophiyaa)

Oromoo Booranaa (Booraan jedhamu) ummata Oromoo kan horsiisee buluun jiraatuu yoo ta'u Kibba Oromiyaa fi Kaaba Keeniyaa keessa jiraatu. Boranni qoqqooddama Oromoo keessaa isa tokko yoo ta'u kan biraan Oromoo Baarentuu ti.

Waa'ee Booranaa

Oromoon kaaba Keeniyaa jiraatann kan isaan achi seenan kibba Itoophiyaa irraa ka'anii yoo ta'u kunis jaarraa 10ffaa keessa yeroo baballina Oromootti ture. Achii booda Oromoon gosa loon horsiisu fi gaala horsiisutti addaan qoqqooddame; gosti kunis Gabraa, Sakuyyee, fi Rendille.

Booranni afaan Booranaa dubbata, kunis Afaan Oromoo kibbaa jalatti ramadama. Afaan Oromoo afaan Kuush damee Afiroo-Eshiyaatiik jalatti ramadama. Walumaagalatti, baayinni ummata Boorana naannoo miliyoona 7 ta'a.

Nami Booranaa Keeniyaa filannoo irratti sagalee kennuu

Dhaha Baraa(Calendar)

Oroomoon Boornaa dhahaa mataa isaani naannoo DHKD 300 akka ummatan yaaddama.

It is believed that the Borana developed their own calendar around 300 BC. The Borana calendar is a lunar-stellar calendrical system, relying on astronomical observations of the moon in conjunction with seven particular stars or constellations. Borana Months (Stars/Lunar Phases) are Bittottessa (iangulum), Camsa (Pleiades), Bufa (Aldebarran), Waxabajjii (Belletrix), Obora Gudda (Central Orion-Saiph), Obora Dikka (Sirius), Birra (full moon), Cikawa (gibbous moon), Sadasaa (quarter moon), Abrasa (large crescent), Ammaji (medium crescent), and Gurrandala (small crescent).[1]

Qoqqooddama

Booranni akka kanatti addaan qoodama:

Kanas Ilaali

Wabii

Template:Wikinews

Dabalata Dubbisuuf

  1. Lawrence R. Doyle, The Borana Calendar REINTERPRETED