Shawaa Kaabaa | |||
| |||
File:Godinaalee Oromiyaa.png Godinaalee Oromiyaa | |||
Biyya: | Itoophiyaa | ||
Naannoo: | Oromiyaa | ||
Magaalaa Guddaa: | Fiichee | ||
Baayyina ummataa: | |||
Tuuta'insa ummataa: |
Shawaan Kaabaa godinaalee Oromiyaa keessa tokko yoo ta'u kan itti argamus Oromiyaa gara Kaabaatti.
Gaara Alii Dheeraa koottaa daawwadhaa. Gaarri Alii Dheeraa /tulluun Alii Dheeraa dheerina kiiloomeetira 80 yoo dheeratu lafa ganda 2 ta'u uwwisee argama. Bineensota akka Qamalee, Waraabessa Qeerrensa, Jaldeessa, Osolee fi ilbiisota akka Qarcoo, Bofa, Qocaa akkasumas sinbirroota gosa 55tu keessatti argama. Tulluun Alii Dheeraa kan argamu Aanaa Yaayyaa Gullallee Ganda Alii Dheeraa yoo ta'u iddoo Kordiddaafi Taltallee jedhamu gidduutti argama. Maal kana qofaree iddoowwan Salaalee muka qofa osoon hin taane gootota magarsiti. 1. Jen. Taaddasaa Birruu 2. Agarii Tulluu 3. Badhaadhaa Dilgaasaa 4. Hayilamaaram Gammadaa 5. Asaffaa Shaaroo Lammii 6. Shambal Abbabaa Biqilaa 7. Waamii Birraatuu 8. Wasanuu Diidoo 9. Laggasaa Abdii 10. Magarsaa Badhaadhaa
by A.R. Baallamii
Aanolee Shawaa Kaabaa | |
Abbichuu fi Nya'aa | Alaltuu | Bereh | Dagam | Darraa | Dabra Libaanos | Giraar Jaarsoo | Hidhabuu Abootee | Jidda | Kuyyuu | Muloo | Qimbibiit | Sululta | Warra Jaarsoo | Wucaalee | Yaayyaa Gullaallee |
Godinaalee Oromiyaa[1][2] |
Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa |