Qordiinagdeen qorannoo hanqinaafi dhiibbaa inni itti fayyadama leecalloo, oomisha meeshaalee fi tajaajiloota, guddina oomishaa fi fayyadamummaa yeroon, fi dhimmoota walxaxaa biroo adda addaa hawaasaaf yaaddoo guddaa ta’anidha.